Major news affecting the Oromo people, Oromia and the Horn of Africa region. Click here to go to Gadaa.com.

"Oromoon sirna federaalaa kanarraa waan isaaf tahu hin arganne" - Jimma Times - June 27, 2008

Bulcha Demeksa

Yeroo- Uummanni Oromoo sirna federaala kanarraa faayidaa isaaf tahu argateera jettanii yaaddu?

Bulcha- Hin amannu. Oromoon sirna federaalaa kanarraa waan isaaf tahu hin arganne. Maaliif yoo jennee biyyaa sirna federaalaan bultu keessaa qomoo adda addaattu jira waan taheef lammin yookiin qomoo adda addaa kun akka lakkoofsa isaaniitti mootummaa Itoophiyaa keessatti hirmaachuu qabu ture. Garuu Oromoon baay'inaan otoo lammii Itoophiyaa keessaa tokkoffaa tahee jiruu dhimmoota gurguddaa biyyitti keeesaatti hinhirmaanne. Akka sirna dimookraasitti uummata guddaatu biyya sana hooggana. Oromoon ammayyuu as hingeenye. Lafa investeriif mootumaa federaalaatu kennaa. Warri lafti irraa fudhatamee ammoo bakka lafa saanii waan argatan hin qaban. Kana duwwaa miti. Mootummaa federaalaa keessa Oromoon jiran baay'ee lakkoofsaan xiqqoodha. Mootummaan bakka Oromootaaf hin laanne. Biyya biraatti ummanni akka lakkoofsa isaatti mootummaa federaalaa keessatti hirmaata. Walumaagalatti mirgi Oromoo hin kabajamne jechuudha. Read More.

No comments:

Gadaa.com Oduu - News

Gadaa.com - Oromo News, History of Oromia (Oromiya)


SEARCH PAST NEWS POSTS